Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,581 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,303 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 2,973 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 57,699 irratti argama.

Namoonni 968 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 15 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,511 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 49 fi 292 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.