Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,329 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,329 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 47 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,855 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,329 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,997 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 59,076 irratti argama.

Namoonni 1,059 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 35 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,474 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 46 fi 484 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.