Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,505 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,505 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 22 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,041 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,505 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,175 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 59,384 irratti argama.

Namoonni 999 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 22 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,496 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 47 fi 989 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.