Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 388 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 388 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 14 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,810f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 388 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 155 dandamataniiru.

Namoonni 10,462 yaalarratti argamu.

Namoonni 245 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 14 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,937 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 124,652 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.