Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 628 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame

Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 628 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii samuudaa 6333 kan hojjetame yoo ta’u, namoota 628 irratti vaayrasichi argameera.,
Haaluma kanaan namoonni waliigalaan vaayrasichaan qabaman 91,118 qaqqabaniiru.
Gabaasa Ministeera Fayyaa kanaan namoonni 868 dandamachuun ibsameera.
 
Namoonni 45,226 yaalarratti argamu.
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin lubbuun namoota 13 darbuun kan ibsame yoo ta’u, waliigalaan vaayrasichaan namoonni lubbuu isaanii dhaban 1,384 qaqqabeera.
Biyyattiitti hanga ammaatti namoota miiliyoona 1 fi kuma dhibba 4 fi kuma 16 fi829 qorannaan laabraatoorii hojjetameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.