Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,595 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 841 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 750 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 56,051 irratti argama.

Namoonni 990 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 19 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 3,570 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 53 fi 120 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.