Fana: At a Speed of Life!

Jaappaan ijaarsa mana barumsaa sadarka 1ffaa Dhalootaaf deeggarsa tasifte

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Godina Adda Naannawaa Finfinnee magaalaa Galaanitti Jaappaan babaldhina ijaarsa mana barumsaa sadarka 1ffaa Dhalootaaf deeggarsa tasifteeetti.

Waliigalticha kantiibaa magaalaa Galaan Ahimaad Idiirisii fi Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Jaappaan  Itoo Taakaakoo  mallateessaniiru.

Jaappaan deeggarsa proojektichaaf doolaraa Ameerikaa kuma 89 fi 944 taasifteetti.

Deeggarsichaan dareen barnoota 4 fi mannii qulqullinaa keessaatti argamu.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.