Fana: At a Speed of Life!

Jilli aadde Loomii Badhoon durfamu Galaanitti proojektiwwan adda addaa eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoon durfamu Magaalaa Galaanitti proojektiwwan adda addaa eebbisiiseera.

Jilichi Magaalaa Galaanitti Waajjira Gandaa Tulluu Gurraachaa fi Mana Barumsaa Sadarka 1ffaa daree dabalataa haaraa hirmaannaa abbootii qabeenyaa fi baajata mootummaan haaraa ijaarame eebbisee hojii jalqabsiisuu ragaan caffee Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.