Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Adam Faraahaatiin durfamu Baahir Daariin gale

\Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Jilli Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahaatiin durfamu magaalaa Baahir Daar galeera.
Jilichaan itti aantuu Af yaa’ii aaddee Tsagannat Mangistuu, hoji gaggeessaa olaanaan bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Dooktar Muuluu Naggaa akkasumaas hooggantoonni federalaa fi naannolee kan haammataman yoo ta’u, Af Yaa’iin mana maree naannoo Amaaraa aadde Warqasimuu Maammoo simanna taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.