Fana: At a Speed of Life!

Jilli Preezdaant Musxafeen durfamu hongee mudateef deebii laatamaa jiru gamaaaggamuuf Dooloo-Adoo gale

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu hongee mudateef deebii laatamaa jiru gamaaggamuuf godina Liibaa magaalaa Dooloo-Adoo galeera.

Jilichi wayita Dooloo-Adoo gahu simannaa kan taasifameeraaf.

Turtii isaaniitin haala lammiileen hongeen miidhamanirra jiranii fi deeggarsa taasifamaa jiru kan daawwataan ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.