Fana: At a Speed of Life!

Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu Chaanaalii 3ffaa OBN, ‘OBN Gaammeen’ eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli preezdaant naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Chaanaalii 3ffaa OBN, ‘OBN Gaammeen’ eebbisiiseera.

Preezdaant Shimallis sirba eebbichaarratti haasaa taasisaan Sabboonummaan gochaa dhaloota ijaaruu akka OBN’ttidha jedhaniiru.

OBN Afaan daa’immanii fi dargaggotaa ta’ee hojjetaa jiras jedhaniiru.

Hojjettootaafi hoggansa OBN injifannoon kun akka dhufuuf dhama’an hundaas galateeffataniiru.

Ammas injifannoon caalu akka galmaa’u xiiqiin hojjechuu qabdu jechuun dhaamuusaanii OBN gabaasera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.