Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni aanaa Shabee Somboo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo raayyaa ittisa biyyaatiif sangoota 50 fi midhaan kuntaala 600 ol gumaachaniiru.

Hawaasni aaniichaa raayyaa ittisa biyyaa cinaa dhaabbachuudhaan deeggarsa itti fufiinsa qabu ni taasifna jedhaniiru.

Sagantaa deeggarsa laachuu kanaarrattis  Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasiriin argamuu ragaan waajjira kominikeeshinii godinicharra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.