Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaan

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Jiraattoonni godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaaniiru.

Jiraattoonni Godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa nyaata garagaraa taasisaniiru.

Jiraattoonni Godina Walaayittaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa Birrii miiliyoona 9.1tti tilaamamamu wayita taasisan.

Jiraattoonni Aanaa Hadiyyaa ammoo deeggarsa Birrii Miiliyoona 19 olitti tilmaamamu Raayyaa ittisa biyyaaf gumaachuusaanii Odeeffannoo Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Kibbaarraa argamee ni mul’isa

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.