Fana: At a Speed of Life!

Kaanaadaan Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 13 taasiifte

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) – Kaanaadaan lubbuu baraaruuf kan oolu Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 13 taasiifte.

Biyyattiin Ityoophiyaatti dhiyeessii nyaata madaallawaa guutuuf Deeggarsa Doolaara miiliyoona 13 taasiisuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Kaanaadaarraa argame ni muul’isa.

Deeggarsi yeroo ammaa kun kan sagantaa nyaataa addunyaa fi dhaabbilee deeggartootaa taasiifamuun dabalata ta’uu ibsameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.