Fana: At a Speed of Life!

Karoora raawwii Proojektoota wabii nyaataa magaalotarratti mariin gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –  Koreen Istiriingii Proojektoota wabii nyaataa magaalotaa karoora raawwii proojektichaarratti marii gaggeesse.

Dhimmoota ijoo magaaloota 72 gara Proojektichaatti makaman hojii qabatamatti galchuu dandeessisurratti mari’achuun kallattii  kaa’uun xumuramera.

Marii kanarratti Ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahaammad,Ministirri Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergoogee Tasfaayee fi qaamoleen dhimmi ilaallatu argamaniiru.

Sagantaan kun magaaloota 83 keessatti hojiirra kan oolu ta’uu Injiinar Ayishaan ibsaniiru.

Sagantaa wabii nyaataa kanaan waggoota shanan darbanitti lammiileen kumni dhibbi 6 ol fayyadamoo ta’uu eeraniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.