Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni ‘Gara jabina isa dhumaa’ eebifame

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Kitaabni mata duree ‘Gara jabina isa dhumaa’ jedhuun kan Injiinar Indaalee Abbabaan barreeffame, Galma Giddugala Aadaa Oromootti eebbifameera.

Qabiyyeen kitaabichaas seenaa dhuunfaa barreessichaa, sarbama mootummaan wayyaanee irraan gaherratti xiyyeeffata.

Kitaabichi afaan Oromoo, Ingiliffaa fi Afaan Amaaraan kan barreeffame yoo ta’u, dhaloonni ammaas kitaabicha dubbisuudhaan ogbarruu Oromoo akka guddisuu fi barreessitoota jajjabeessu akka qaban eerameera.

Gaaromaa Nugusaatu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.