Fana: At a Speed of Life!

Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa jira.

Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Itti Gaafatamaan Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah dabalatee Hoggantoonni Olaanoon mootummaa Federaalaa fi Miseensonni Paartichaa dhaabbilee Federaalaa konfiransicharratti hirmaachaa jiru.

Dabalee Gaarradootu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.