Fana: At a Speed of Life!

Koomishiniin Invastimanti Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Koomishiniin Invastimanti Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasiseera.

Koomishinarri koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Aadde Lalisee Namee, uffata garagaraa fi meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa raayyaa ittisa biyyaa addaa waraanaa jiruf qabannee dhufnee, isin gootota biyyaaf wareegama guddaa kafalaa jirtan waan taataniif, isin qabaachuu keenyaan isiniin boonna jedhaniiru.

Deeggarsi taaasifamus cimee kan itti fufu ta’uu himuun, deeggarsi taasifamee Birrii miiliyoona 1 olitti tilmaamama jedhameera.

Deeggarsicha Raayyaa ittisa biyyaa addichaa bakka bu’uun kan fuudhan Letenaal Koloneel Lachiisaa Magarsaa, deeggarsichaaf galateeffachuun adda waraanaatti argamtanii Miseensota keenyaa jajjabeessuu fi haamilee kennuu keessaniif galatoomaa jedhan.

Gootichi Raayyaa ittisa biyyaa adda hundatti injifannoo boonsaa galmeessaa jiraachuus himuusaanii

Bisiraat Mangistuutu gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.