Fana: At a Speed of Life!

Koongoon weerara Iboolaa to’annaa jala oolchuu beeksifte

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Dimookiraatik Rippaabiliik Koongoon weerara Iboolaa to’annaa jala oolchuu beeksifteetti.

Biyyattitti bara Faranjoota 2018 hanga 2020tti iboolaadhaan lubbuun namoota kuma 2 fi 200 ol darbeera.

Biyyattittis namoonni kumni 1fi 600 caalaan talaallii iboolaa Maasaas Maark jedhamuu fudhataniiru jedhame.

Vaayrasichaan bara Faranjoota 2013 hanga 2016tti Dhihaa Afrikaatti namoonni kumni 11 lubbuusani dhabaniiru.

Dimookiraatik Rippaabiliik Koongootti weerara vaayrasii koroonaa dabalatee Iboolaan ammoo muuldhachuun isaa sodaa uumuu ni yaadatama.

Maddi:-Aljaziiraa

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.