Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaan kaabaa yaalii furguggisaa Misaa’eelaa haara fageenya dheeraa taasifte

Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Kooriyaan kaabaa yaalii furguggisaa Misaa’eelaa haara fageenyaa dheeraa taasisuun ishee dhaga’aameera.

Misaa’eeloonni yaaliif taasifamaan kiiloo meetira kuma 1 fi 500 imaluu akka danda’aan ibsameera.

Kanaafis teessummaa Jaappaan mara waliin ga’uu akka danda’uu dhaabbanni miidiyaa biyyatti Seeetinraal jedhamu gabaaseera.
Yaaliin Misaa’eelaa kun shira biyyaarrattirratti yaalamuu kamuu fi sochii loltummaa diinoota to’achuu danda’aa jedhameera.

Dhaabbaata Mootummoota Gamtoomaniitti Manni Maree Nageenyaa Kooriyaan Kaabaa yaaliiwwan Misaa’eelaa taasisuurraa akka of qusattuu irra deebiin akkeekkachiisaa turuun isaa ni yaadatama.

Madd:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.