Fana: At a Speed of Life!

Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idileessaa boru gaggeessuu ni eegala

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idileessaa boru gaggeessuu kan eegalu ta’uu ibsame.
Korichi walga’ii idileessaa Sadaasa 25, 2013 gaggeessuu eegaluun ajandaawwan garaagaraarratti ni mari’ata jedhameera.
Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota waqtaawaa fi biyyaalessaarratti mari’achuun kallattii ni kaa’a jedhamee kan eeggamu ta’uu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa olaanarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.