Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Araadaatti dhaabbata tokko keessatti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’ataman

Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaa aanaa 2 naannoo dhaaba Ashaboo jedhamutti meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’atamuu himameera.
Dhaabbata Jini’aad jedhamu keessatti sakattoo tasaa Poolisiin gaggeesseen meeshaaleen waraanaa adda addaa argamuu himameera.
Rasaasni, Shugguxii,Kilaashiin akaakuun garaagaraa fi kanneen biroo hedduun argamaniiru.
Maddi:-DhPI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.