Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 300 ol Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyasaanitti deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 300 ol Sawuud Arabiyaa irraa gara biyyasaanitti deebi’aniiru.

Lammiilee Ityoophiyaa 345 ta’an guyyaa har’a Jiddaa irraa gara biyyaa deebi’an keessa 300 dubartoota yoo taha, 45 ammo daa’imani jedha Waajjirri Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaa Ityoophiyaa fuula Midiyaa Hawaasaa isaarratti barreessen.

Ganama har’a lammiilee Ityoophiyaa 300 achuma Jiddaa irraa gara biyyaa galuusaanii ni yaadama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.