Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Guyyaa har’aa balalli yeroo 3ffaan gaggeeffameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota kanneen keessa dubartooti 338, daa’imman 60 fi dhiiroti 769 akka ta’an beekameera.

Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf hojii hojjetamaa jiruun hanga ammaatti lammiileen kumni 25 fi 800 deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.