Fana: At a Speed of Life!

Loozaa Abarraa yeroo 2ffaaf taphatttuu cimtuu taate

Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Loozaa Abarraa liigii dubartootaa Maaltaan taphattuu cimtuu baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte.

Taphattuun garee biyyaaleessa Ityoophiyaa fi taphattuun sarara fuulduraa garee dubartoota Biirkiirkaaraa Maaltaa taphattuu cimtuu baatii Sadaasa fi Muddee bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatamte.

Loozaan Waajjira muummee Maaltaa‘BOV’ irraa badhaasicha fudhachuu ishee ragaan fuula marsariitii garichaarraa argame ni agarsiisa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.