Fana: At a Speed of Life!

Maanchistar Siitii 6 – Maanchistar Yuunaayitid 3

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa guyyaa har’aa Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunaayitid gidduutti taphatame  olaantummaa Maanchistar Siitiin goolii 6 fi 3 xumurame.

Taphichaan taphattoonni Maanchistar Siitii Eerliing Haalaandfi  Fiil Foolan goolii sadii sadii  galchuun haatiriikii hojjetaniiru.

Antoonii Saantoos daqiiqaa 56ffaarratti akkasumas  Antoonii Maarshaal ammoo daqiiqaa 84 fi daqiiqaa 91 irratti Maanchistar Yuunaayitidiif goolii galchuu danda’aniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.