Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Aggaarootti filannoon marsaa 6ffaaf qophiin xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Magaalaa Aggaaroo fiGommaa naannoo filannoo 2 tti Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii dabalatee Izeemaa fi Paartiin Haadhaa mana maree bakka bu’ootaan kadhaadhimatoota ta’uun ni dirgomuu jedhameera.

Naannoo filannootti buufataleen filannoo 85 kan jira yoo ta’u, buufataleen hundi qophii barbaachisaa xumuramuu qindeessaan buufatalee naannoo Gommaa 2 obbo Rishaad Abdulqaadiir himaniiru.

Jiraattoonni magaalaa Aggaaroos filannichaa boruu ganamaa sa’atii 12 eegalee buufatalee filannootti argamuun akka filataan waamichaa dhiyeesseera.

Muktaar Tahaatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.