Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dabra Birihaanitti miseensonni Poolisii lama to’ataman

Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Dabra Birihaanitti miseensonni Poolisi namoota sodaa nageenyaan shakkamanii to’annoo jala jiran mana amala sirreessaa akka ba’an taasiisan to’annoo jala ooluu ibsameera.
Itti gaafatamaan kutaa qorannoo yakkaa waajjira Poolisii magaalichaa Inispeektar Addis Gabrahiyiwatii fi Saajin olaanaan Mulgeetaa Gaashaw namoota garee shororkeessaa ABUT waliin hidhata qabaachuun shakkamanii to’annoo jala jiran eeyyama komaand Poostiin ala mana hidhaa akka ba’an taasiisuu isaaniin to’annoo jala ooluu Itti gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa magaalichaa obbo Daani’eel Isheetuun Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif himaniiru.
Itti gaafatamaan waajjira Poolisii magaalaa Dabra Birihaan Komaandar Taayyee Habtagiyoorgiisis to’annoo jala ooluun isaanii kan yaadatamuudha.
Itaaganyi Makonniintu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.