Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti hojiin riqaalee fi qarqara daandiiwwanii miidhagsuu hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Magaalaa Finfinneetti hojiin riqaalee fi qarqara daandiiwwanii miidhagsuu hojjetamaa jiraachuun ibsameera.

Hojiin kun Ejensii Misoomaa fi Bulchiinsa dhagala’oo fi Misooma Magariisaa magaalichaan  riqaalee daandii ijoo Booleetti argamanirratti fakkiiwwan kaafamaaniis iddoowwan seena qabeeyyii biyyattiin qabdu, paarkii Inxooxxoo fi Shaggar akkasumas fakkiiwwan bakkoota miidhagina magaalaattii kan haammatuu ta’uu ibsameera.

Dabalataanis qarqaraa fi walakkaa daandii gurguddaa magaalichaarratti hojiin miidhagsuu fi magariisomsuu hojjetamaa kan jiru ta’uu ragaan Seekreteriyaat Preesii Magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.