Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun bakka buutoonni amantaa adda addaa duula qulqullinaa gaggeessaniiru.

Magaalaa Finfinnee kutaalee magaaloota garagaraatti duulli qulqullinaa kun gaggeeffamuu ragaan waajjira Kantiibaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.