Fana: At a Speed of Life!

Magaalota naannoo Amaaraa garaagaraatti hiriirri mormii garee ABUT fi deeggarsi Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Magaalota naannoo Amaaraa garaagaraa hiriira mormii garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeessan.

Magaalaa Injibaaraa fi kanneen birootti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi mormii gochaa garee ABUT gaggeeffamaa jiraachuu AMC gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.