Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeeshinii ergaa baga Ayyaana Irreechaa geessanii dabarse

Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Manni Maree Federeeshinii ergaa baga Ayyaana Irreechaa geessanii dabarseera.

Manni Maree Federeeshinii Saboota, Sablammootaafi Uummattoota hundan ergaa baga Ayyaana Irreechaa bara 2015 nagaan geessanii dabarsera.

Ayyanni Irreechaa kan nagaa, jaalalaa, obbolummaafi tokkummaa akka ta’u manni maricha hawweera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.