Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa’ufi

Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Mootummaan Mana Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa’ufi.
 
Manni marichaa miseensota dhimma diinagdeerratti yaada gorsaa dhiyeessan 15 kan hammatedha.
 
Damichaan namoota beekumsa bal’aa qaban mana marichaatti dabaluuf Waajjirri Muummee Ministiraa beeksisa baasuu ifoomsera.
 
Namoota lammummaa Ityoophiyaa qabaniin cinaatti, dhalattoonni Ityoophiyaa mana marichaa keessatti hirmaachuu ni danda’u jedhameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.