Fana: At a Speed of Life!

Manni maree naannoo Kibbaa yaa’isaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa yaa’ii idile fi waliigala 13ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’ichaan karoorri bara 2014 hojii mootummaa naannichaa ni dhiyaataa akkasumas baajanni bara 2014 mootummaan naannichaa mana marichaan ni raggasifamaan eeggama.

Manni murtii waliigalaa naannichaa fi waajjirri odootii olaanaa raawwii hojii bara 2013 fi karoora baajata bara 2014 kan dhiyeessuu ni ta’aa.

Dabalataanis labsiiwwan adda addaa ni raggasifamaa akkasumas abbootii murtiif muudamni ni laatamaan eegamaa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.