Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi Baankii Misoomaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse

Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa Baankii Misoomaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Ijoon waliigaltichaa hojii uumtoota deeggaruuf yoo ta’uu, Leenjii, carraa hojii uumuu fi hojiilee Invastimantiirratti haala mijataa uumuuf xiyyeeffannoo kan laatu ta’uu ibsameera.
Dhiyyeessii fi uwwisa faayinaansii fooyyeessuuf dhaabbileen lamaan waloon akka hojjetan gargaara jedhame.
Waliigalticha Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiilii fi Pireezidaantiin Baankii Misoomaa Ityoophiyaa Dooktar Yohaannis Ayyaalew mallatteessuu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.