Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuu mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsan waliin mari’ataniiru.

Marisaaniin Ityoophiyaatti jijjiirama hordofee fooyya’iinsa seeraa fi  bilisummaa miidiyaa irratti mari’achuu ibsameera.

Dabalataanis hojii humna waloo ministirootaa dhiibbaa mirga namoomaa wayita walitti bu’iinsaa raawwataman qoratu irrattis mari’achuu ragaan Ityoophiyaatti imbaasi Ameerikaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.