Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Paarlaamaa hojjettoota fi miseensootaa humna qilleensaa mari’achisan

Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Miseensonni Paarlaamaa hojjettoota fi miseensootaa humna qilleensaa mari’achisan.
Miseensoonni koree dhaabbii dhimma nageenya fi walitti dhufeenya alaa mana maree Bakka Bu’oota Ummataa,miseensotaa fi hojjettoota siviilii humna qillensaa FDRI dhimmoota hojii dhaabbaticharratti mariisisaniiru.
Marii kanarratti damee akkaadamichaan barattoota leenjitoota hanga balalistootatti argaman kan hirmaatan yoo ta’u,hojjettoonni sivilii dhaabbatichas waltajjii kanarratti mari’ataniiru.
Miseensonni koree dhaabbichas kutaa hojii Humna Qilleensaa Ityoophiyaa kan daawwatan yoo ta’u, gaaffiilee kaasaniifis ogeeyyii dhaabbaticharraa deebiin kennamuu fi ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa argamee ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.