Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Qajeelcha Waliigalaa Humna Galaanaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Miseensonni Qajeelcha Waliigalaa Humna Galaanaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Dawwannicha irratti, miseensonni Humna Gaalanaa argaman Adwaan seenaa dhalootattii darbee jiraatu ta’uu ibsanii, yaadannoo ijaarame daawwachuutti gammachuu itti dhaga’ame ibsaniiru.

Miseensonni Humna Galaanichaa Komaandar Taaddasaa Daanyaawu fi Ajaja Dhibbaa Tigisti Lulee gama isaaniin akka ibsanitti, seenaa haqaa bal’aa kan qabu ta’uu fi yaadannicha daawwachuun miiraa addaa kan uumu ta’uu ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.