Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad bulchiinsa saba Waaghimraatti bakka buutoota hawaasaa waliin mari’ataa jiru

Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa bulchiinsa saba Waaghimraatti bakka buutoota hawaasa garaagaraa walii haala waqtaawaarratti mari’ataa jiru.

Maricharratti MM Abiy dabalatee Daayreektarri tajaajila nageenyaa odeeffannoo biyyoolessaa Jeneraal Tamasgeen Xuruunah, itti aanaan Etaamaajoor Shuumii Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaaw Taaddasaa dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon federaalaa fi naannolee biroon argamaniiru.

Gaaffiin Haala qabatamaa Bulchiinsa saba Waaghimraatti xiyyeeffatee hirmaattootaan ni ka’aan kan eegamuu ta’uu AMK gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.