Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ityoophiyaanonnii fi michuuwwan Ityoophiyaa guutuu addunyaatti argaman waamicha #BiyyattiHaagallu jedhutti akka makamaan waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) -Muummeen Ministira Abiy Ahmad Ityoophiyaanonnii fi lammiilee akkasumas michuuwwan Ityoophiyaa guutuu addunyaatti argamtan waamicha #BiyyattiHaagallu jedhutti akka makaman waamicha dhiyeessaaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasa isaaniin akka ibsaniitti, Mudde 29 bara 2014tti diyaaspooraan miiliyoonni1 gara biyyaatti akka galan waamicha dhiyeessaniiru.
MM Abiy Ahimad Ityoophiyaanoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraataan miiliyoonni 1 ta’aan, kabaja Ayyaana qiilleef gara biyyaa dhufanii akka hirmaatan waamicha dhiyeessaniru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.