Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggamaa jiru

Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggamaa jiru.

Raawwii hojii baatiwwan 6n darban raawwatamanirratti mari’atamuu eegaluu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.