Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Gamtaa Koomoroos waliin mari’atan

Finfinnee, Bitoootessa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Gamtaa Koomoroosii fi Dura Taa’aa yeroo Gamtaa Afrikaa Azaalii Asumaanii waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Dhimmoota naannawaa fi hunda galeessarratti mari’achuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaan hariiroo Koomooroos waliin qabduuf iddoo olaanaa kan laattu ta’uu himaniiru.

Ityoophiyaan hariiroo dameewwaan garaagaraan biyyattii waliin qabdu cimsuuf kan hojjetu ta’uu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.