Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad Gorgoraa daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Gorgoraa daawwatan.
 
Magaalaan Gorgoraa buufata doonii qarqara Haroo Xaanaatti argamtudha.
 
Gorgoraan Goojjaamii fi Gondar walqunnamsiisti.
 
Bakki kun qabeenyi qurxummii heddumminaan kan itti argamu yoo ta’u, hawwata tuuriizimiif kan toludha.
 
Sagantaa maaddiin biyyaaf proojaktoota sadiif; Gorgoraa, Wancii fi Kooyshaaf Birrii biiliyoona 3 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuun ni beekama.
 
Kaaffee fi reestooraantii ammayyaa, dirree guskii fardaa fi biskileetii, misooma manneen ammayyaa, qorannoo qonnaa, qabiinsa qurxummiitu ittiin hojjetama.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.