Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy, hoji raawwachiisaa olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Beezlii waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoji raawwachiisaa olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Beezlii waliin mari’atan.

Ga’ee Ityoophiyaan gargaarsa namoomaa qindeessuun qabduu fi karoora dhaabbii biqiltuurratti mari’ataniiru.

Ityoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuu fi oomishtummaa guddisuuf carraaqqii taasisaa jirturratti mari’ataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.