Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Dooktar Abiy jiraattoota biyya ijaaruuf halkanii guyyaa dhama’an galateeffatan

Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jiraattoota biyya ijaaruuf halkanii guyyaa dhama’an galateeffatan.
 
Dooktar Abiy Ahimad “Galanni koo dubartootaa fi dhiirota biyya koo, utuu hin nuffiin biyya kana ijaaruufi, hunduma keenya ol ka’insatti ceesisuudhaaf halkaniifi guyyaa dhamaataniif haa gahu” jedhan ergaa fuula Feesbuukii isaaniiin dabarsaaniin.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.