Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan dhiibbaa koorniyaa kamiinuu hin obsu- aadde Filsaan Abdullaahii

Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Mootummaan dhiibbaa koorniyaa kamiinuu akka hin obsinee Ministirri Ministeera Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Filsaan Abdulaahiin ibsaniiru.
Ministirittiin daayreektara dhimmoota dubartootaa Ministeeraa Raayyaa ittisaa biyyaa Mejaar Jeneraal Xiruuyyee Asfaa waliin mari’ataniiru.
Naannoo Tigraayitti dubratootaarratti dhiibbaan koorniyaa qaqqabeeraan dhimmota ka’aaniin walqabiisee mari’ataniiru.
Dhimmicha qulqulleessuf koree hundaa’ee ilaalchisee mariin kan taasifamee yoo ta’u, korichi Ministeera Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa, Abbaa Alangaa Waliigalaa fi Raayyaa Ittisaan kan haammatameedha.
Korichi dhimma dhugaa beekuuf hojii qorannoo fi mirkaneessaa akka raawwatuu ministirittin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.