Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti qabeenya uumama misoomsuuf deeggarsi mootummaa akka cimu gaafatame

Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti qabeenya uumama jiran misoomsuun  jijjiirramaa hundagaleessa ariifachiisuuf deeggarsi mootummaa Federaalaa  cimu akka qabu gaafatameera.

Jilli Ministira Ministeera Hojii fi Kalaqaa aadde Mufariyaat Kaamiilii fi Preezdantiin naannoo Beenishaangul Gumuuz obbo Ashaadilii Hasaaniin durfamu magaalaa Asoosaatti dhaabbilee garagaraa daawwachuu miidiyaan naannichaa gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.