Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti eeyyamni abbootii qabeenyaa 29 invastimantii qonnaatti bobba’anii haqame

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti eeyyamni abbootii qabeenyaa 29 invastimantii qonnaatti bobba’anii haqame.

Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti eeyyamni abbootii qabeenyaa 29 invastimantii qonnaatti bobba’anii haqamuu Boordiin Invastimantii Naannichaa beeksise.

Boordiin Invastimaantii walgahii guyyaa har’aa gaggeeseen invastimantii qonnaarratti bobba’anii gara hojii hin galiin hafan eeyyama abbootii qabeenyaa 29 haqeera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.