Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Gambeellaatti qormaanni kuta 8ffaan Waxabajjii 28 irraa eegalee ni laatama

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti qormaanni kuta 8ffaan Waxabajjii 28 hanga 30, 2013 irraa eegalee akka laatamuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.

Barattoonni kumni 17 ol qormaaticha akka fudhatan biirichi ibseera.

Hogganaan biiricha obbo Musee Gaajeet naannichi qormaata kutaa 8ffaa laachuuf qophii duraa xumuruu himaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.