Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Hararii fi Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Naannoo Hararii fi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan gaggeessaa taasiifameera.
 
Sirna gaggeessaa kanarratti hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenya Naannoo Hararii obbo Naasir Yuuyyaa dabalatee qondaaltonni olaanoon Ajeja Bahaa argamaniiru.
 
Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii dirqama isaanii xumuruun yeroo ammaa hojii adda addaa irratti hirmaachaa jiran waamicha biyya baraaruu fudhachuun Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaa jiraachuu ibsameera.
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.